Micah 1:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani worri Shafiri, qullaa baqad'a, ch'eera. Nami dira Saanani keesa tau keesaa imbahu. Hojja isani boha worra Betheseli d'ageetani, aka fullaani iti baqatani injirre beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin banii biyya Shaafirii! qullaa booji'ama'aatii saalfata'aa lufaa'a; worri biyya Tsaa'inaanii keessa jiraatan ugganii qachattii keessaa hin bayan; Beeti'eeltseel hulee booyaa waan taateef irkoo isinii taatee hin dandeettu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worri qachaa Shaafiirii keessa leetanu, qullaa teessan qaani'iin dabara'a. Worri qachaa Saanaanii keessa le'u keessaa gad hin bayu. Worri qachaa Bet-ezelii keessa le'u hin bowan; isin qarqaariisaafille hin dande'anu.