Micah 1:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Marothi aka jaba qarqaarsa eegata, waan AABBO Waaqi badi guddo balbala Yerusalemutini d'ufeefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin biyya Maarootii waan misha'atu nuu dhufa jedhanii abdatan; Rabbi ammo Yerusaalemiin irratti badii buuseera;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa balaa hamaa karra Yerusaalemiititti waan buuseef, worri qachaa Maarootii keessa leetanu rakkoo jalaa bayiisaaf worwaatan.