Micah 1:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani nami Lakishi keesa tau, farda keesani gaariti hid'ad'a. Isani ch'ubbu worra Israeli gula deemtani worra Yerusalemu ch'ubbu keesa buuftani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
worra biyya Laakishii keessa jiraatan! yakki Israa'elii waan isin irra jiruuf worra jalqaba Yerusaalemiin keessatti cubbuu hojjate waan taataniif faradoo keessan ta gaarii fardaa lugaamadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worri qachaa Laakiishii keessa leetanu, garreettaa fardaan harkifamu farda isa harkisutti hidhadha'a. Yakkaan Israa'elii isin keessatti waan dhagganteef, worra Xiyoonii isinittuu cubbuu hujuu jalqassiise.