Micah 1:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Maresha, AABBO Waaqi harka nyaapa keesani ka dira keesani dabsate fud'atuti isani keenna. Worri gugurdaani Israeli yae goda Adulamuti d'okhata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii biyya Mariisa'aa! ani diintota isin woraanan isinitti fida; bulchoonni Israa'elii worri kabajjaman goda Adulaamiititti dhokatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worra Maareshaa keessa leetanu, Mootiin Waan Maraa worra isin injifatu isinitti hin fida; sooreyyiin Israa'elii gara goda Adulaamii deemanee hin dhokatan.