Micah 1:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani worra Yuda, rifeensa keesani haadad'a, ilmaani teesani ta isani jaalattani bohaa. Aka ruumicha mata ufi moleesa, maro ijoolle teesani boojiani lafa d'ibi geesaniifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin banii biyya Yihuuda'aa! ijoollee teessan waan booji'anii fudhataniif sababaa kanaaf ijoollee teessan ta jaalattan tanaaf gadda'aa mataa haadadhaa'a; mataan keessan akka rumichaatitti moluu haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoolleen teessan ta isin jaalattanu, gara lafa ormaa booji'antee waan fudhatantuuf, rifeensa mataa keessanii haadadha'a. Mataa keessan akka mataa allaatti'ii moluu godhadha'a.