Micah 1:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gosa ch'ufa, d'agaya; nama lafa keesa tau ch'ufa ch'aqasa! AABBO Waaqi Guddaani Mana isaa qulqullo keesa dubbate ha isani himatu!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin baniin maruu waan kana dhagayaa'a! worri biyyattii keessa jiraattan maruu waan kana caqasaa'a! Rabbi Gooftaan hulee woyyuu ufii irra taa'ee isin ajiifata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin gosi biyya adda addaa marti dhage'a'a! Biyyi lafaa, worri isii keessa leetanu marti caqasa'a! Goottaan Mootiin Waan Maraa Galma ifii woyyicha keessaa isin irratti dhugaa hin baya.

Recommended Reading