Micah 1:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi fulla isaa qulqullo kae gad'ufe, fiit'e gaareeni d'eertu gubba deema.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi hulee ufiitii ka'ee dhufa; bu'eellee gaarran irra deema.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, Mootiin Waan Maraa addee leetoo ifii irraa dhufiisatti jira; inni gad dhufee, qaccee gaarotaa irra hin ideema.