Micah 1:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba gaareeni isa jalati, aka hanch'aani ibida keesati baqu, bat'e, yaate bale tarsaafte, aka bisaani gaara iraa jigani yaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san akkuma gagaan dammaa ibiddaan baquu fi bisaan gooddaa gad yaa'u akkasuma gaarran isa jalatti baqan; lafti dhooqaa maruu hin babbaqaqa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaaroti akka gagaan ibidda biratti baqu, isa jalatti hin baqan; dhooqille akka bisaan goodda irra gad yaa'u qotuutitti hin baqaxxi.