Micah 1:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi AABBO Waaqi waan jed'u, Anini dira Samaria mana ona ka lafa diida keesati jige tolcha, fulla zabibu iti oobrani. Anini d'akhaye maneeni worraa ta jidde suni bale keesa jisse, yayaba dira suni diidati gabaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Rabbi akkana jedha, «Ani Samaariyaa akka tuulaa mana diiggamee ka raasa'atti mudhatuu isii godha; isiin hulee biqiltuu woyini'ii itti dhaaban taati; dhagaa diiggame ka qachatti'ii gara dhooqaa gad jissa; hunndeewwan isi'ii ifatti baasa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Mootiin Waan Maraa, «Ani qachaa Samaariya'aa caccassee alatti hin tuula; addee muka woyni'ii itti dhaabanu isa hin godha; dhakaa isaa gara dhooqaa gad hin buusa; hundee isaalle qullaa hin hambura.