Micah 1:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Mikaani waan jed'e, Maro waan kana ch'ufatiifi anini laalefad'e bohe kobefi woya baafad'e qullaa deema. Anini aka geedala waakise, aka guchi boha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Mikiyaas akkana jedhe, «Ani sababaa kanaaf Bade! bade! jedha'aa booya; gadda kiyya mudhisu'uuf nafa qulla'aa fi luka duwwaa deema; akka jeedalaa iyya; akka guchi'iititti laagaa booyichaa dhageessisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan kanaaf ani bowee hin wiiccifadha; miila duwwaa, nafa qullaa hin ideema; akka jeedalaa iyyaa, akka urungu'uu hin bowa.