Micah 2:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini, ee Yakobo, isani worra Israeli ka hafe wolti yaama. Anini aka ree moonati galchani wolti isani galcha. Yokhaani aka ree wolti baate d'eedu, nami deebie lafa teesani akuma duri kaani guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Banii Israa'elii! akkuma hoolonni gooruu keessatti, tinni hoolotaa hulee dheedanitti wolitti qabaman ani akkasuma dhugamaan worra banii Israa'elii ka hafan hulee tokkotti wolitti qaba; biyyattii keessa bani'itu guute» jedha Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee sanyii Yaaqoobii, ani dhugumaan isin mara wolitti hin qaba; kolbaa Israa'elii worra baraaree hafe adduma tokko wolitti hin qaba; akka hoolee gooree keessa jirtuu, akka tika hoole'ee ta marra dheediisatti jirtuu, kolbaan lafa hin guutti» jedhe.