Micah 2:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi kara worraa bane lafa worra iti boojiani suni keesaa baasa. Worrileeni balbala fullo dira suni ch'abse baqata, ammalle hayyuuni worraani deemu AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan bulchaa karaa badhisee isaanii baneen karra badhaa saniin wol faanaa yaa'an; Rabbi mootiin isaanii isaan afoo deema'aa isaan masakka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka cassee karaa banu, isaaniin dura hin deema; isaan karra cassanee keessa dabaranee, gad hin bayan; mootiin isaanii dabaree isaaniin dura hin deema; Mootiin Waan Maraalle isaan hin sooressa.