Micah 2:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja guyyaani suni gahe, biyyiti waan keesani dubbate qach'o isaniti d'aate waan jettu: Nu ya aka d'ugaa banne! AABBO Waaqi ya lafa nuraa fud'ate worra nu boojie kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san namoonni isinitti baldan akkana jedha'aa faaruu minsho'oo mararama'aa isinii faarsan; «Nu'u sirima banneerra! Rabbi qabeenna banii keennaa fudhate; ristii keenna worra nu booji'anii qoqqoode.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san namooti isinitti murgaa, faaruu gaddaa tana marroo teessaniif faarsaa, ‹Nuuti ijjumaa banneerra; latti kolbaa teennaa qoqoodanteerti; Mootiin Waan Maraa fichaa keenna nu irraa fuudhee worra nu injifateef qoodeera› hin jedhan» jedha.