Micah 2:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani waan worri Israeli abaarsa qabu seetani? AABBO Waaqi ya obsu dad'abe. D'uguma waan akana tolcha? Inni nama d'uga tolchu innahu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan uduu dubbii ufii wol irraa hin kunne! «Ijoollee Yaaqoobii kun jedhamuu barbaachisaa? obsi Rabbii dhumateeraa? kunniin waan inni hojjatee?» jedhanii gaafatan; worra jireenni isaanii qajeelee dubbiin kiyya waan mishaa isaanii hin godhuu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee sanyii Yaaqoobii, wonni akkasii hin jedhamaa ree? Ayyaanni Mootiin Waan Maraa ossa dhabee ree? Inni hujii akkasii hujaa ree?» jedhan. Mootiin Waan Maraa, «Qajeelumma'aan ka ideemuuf, jechi kiyya waan dansaa hin godhuuf ree?.