Micah 2:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'uuni, Isani aka nyaapa worra kiyya haatani. Nami duula galu, yo worraani bahu, waan nagayaani tau seha; ammo isani gaaddani woya duddaduubaani iraa hattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedhee isaanii deebise; «Isin banii kiyyatti akka diinaatitti kaataniirtan; namoota nagayaa ka lolaa dacha'anii abdi'iin isin keessa lufan salphiftaniirtan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muummee irratti isin akka diinaa teetanee kolbaa tiyya irratti kaatane; yaada lolaa adoo hin qabaatin, namoota nageyaan dabaranu irraa woyaa isaanii mulqattane.