Micah 2:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani nad'eeni worra kiyya mana isiini jaalattu keesaa gussitani ilmaani isii saamtani eeba sila haga jiru jireenna anini kennuufi d'owartani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartoota banii kiyya keessa jiran mana misha'aa fi qabeenna isaanii irraa buqqiftanii ariitaniirtan; ijoollee isaaniillee hennaa maraa eebbaa fi ulfinna kiyya irraa akka fagaatan gootaniirtan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubartoota kolbaa tiyyaa mana isaanii dansaa keessaa gad ariitane; isin ulfinna kiyya ijoollee isaanii irraa haga bara baraa fudhattane.