Micah 3:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri dira suniti mataa gumbo nyaate dubbi namaa qora; qaaloleeni wo nama ira fud'attu male seera nama imbarsiiftu. Raagootileeni beese male woma namaa inhimtu. Duuba worri kunini ch'ufti, AABBO Waaqi nu woliini jira, nu woma intaanu jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri jajjabaan qachattii keessa jiran horii fudhata'aa murteessan; gadoonni gatii malee hin barsiisan; raattonnillee qarshii malee raaga hin dubbatan; isaan waan kana maraa godha'aa «Rabbi waan nu woliin jiruuf wonti hamaan woyiituu nutti hin dhufu jedha'aa» Rabbiin dhaadatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sooressitooti isi'ii safu'uuf muran; hayyooti isi'iille gati'iif barsiisaan; raagoti isi'iille beese'eef raagan. Isaan ammoo Mootii Waan Maraatitti irkatanee, «Dhugumaan Mootiin Waan Maraa odduu teenna jira. Balaan nutti hin dhufu» jedhan.