Micah 3:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Raagi d'ufe worra isa nyaachisuuni, Lafti nagaya jed'e soba, ammo ka isa woma afaani imbuumne, Lafti nagaya inqabdu jed'e naasisa. Raaga akana kanaani AABBO Waaqi waan jed'u,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan raattota sobaa waan bu'aa itti argatan yoo ta'e nageenni isinii bu'a jedha'aa lallaban; hennaa bu'aa hin arganne ammo lolatu isinitti gala jedha'aa labsa'aa banii dogoggorsan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Raagoti kolbaa tiyya karaa irraa gorsitu, yoo nami areereef, isaan nageya lassan; yoo nami hin areeriniif, woraana irratti lassan.