Micah 3:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan taka tana himu inch'eera. Worri ch'ufti ch'eere afaani qabata, waan Waaqi dubbi worraa jalaa qabu dideefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri mudhata hin argina, raaga hin dubbanna jedhan maruu waan isaanii hin milkoofneef hin salphatan; Rabbi waan deebii isaanii hin kennineef saalfatanii harkaan fuula dhoffatanii deeman» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi deebii waan isaaniif hin deebinneef, worri mudhii dhaggu hin qaanowa; worri waan gara duraa himulle hin salphata; isaan fuula ifii hin gollatan» jedha.