Micah 4:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Taka tana gaari Mana Waaqaa irati jaarani gaara ch'ufa ira d'eerate keesaa baha. Gochiti hedduuni aka biyye tana
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa barri dhumaa gaye; gaarri manni woyyuun Rabbii irratti ijaarame; gaarran kaawwan maraa caalee mudhata; Tulloota maraa caala; baniin mootota hedduu gara isaa hurrisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara muumme'ee gaarri Galmi Mootii Waan Maraa irra jiru gaara mara ka caalu hin te'a; kooba mara caalee hin mudhata; gosi biyya adda addaa hedduun gara gaara sanii hin yaati.