Micah 4:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
iti yaate waan jettu, Koota, gaara AABBO Waaqaa olkorre Mana Waaqa Yakobo d'anna, aka inni kara ufii nu barsiise, nu daandi isaa gula yaanu. Wonti akanatiifi dubbini AABBO Waaqaa Yerusalemu keesaa baati, seeri isaaleeni Sioni iraa d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu baniin hedduu seerri Tsiyoonitti, dubbiin Rabbii waan Yerusaalemitti argamuuf koottaa'a gaara Rabbii irra ol baanaa; gara mana woyyuu Waaqa Yaaqoobii deemnaa; inni akka fedha isaa goonu nu barsiisa; nu'u karaa isaa irra deemna» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi biyya adda addaa hedduun dhuttee, «Kowa'a, gara gaara Mootii Waan Maraa, gara Galma Waaqa Yaaqoobii ol baana. Akka nuuti daandii isaa irra ideennuuf, inni karaa ifii nu hin barsiisa» hin jetti. Seerri Xiyoon irraa, jechi Mootii Waan Maraa Yerusaalem irraa hin baya.