Micah 4:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gosa woldiddu wolti araarse, nama jajaba lafa fagotiifi ka lafa d'io woltiini d'ufa. Worri goraade ufii maraasha tumate woraana haamtu tolfata. Gochiti deebite woraanaani wolinhaatu, deebiani waan lola baratani wolinhad'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni banii heddu keessatti murteessa; wolii galtee dhabuu mootota gugurdoo fago'oo fi dhiyoo jiran keessa jiru hin balleessa; waan kana ta'eef isaan guraadee ufii gara maarasha'aa eboo ufii gara haamtu'uu jijjiiran; mootummaan mootummaa irratti lola hin kaasu; achiin maayessa namni barumsa lolaa baratu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni wodhakkaa kolbaa heddu'uutitti hin mura; wol dhaba gosa biyya adda addaa jajjabbaan odduu jirtu hin sirreessa; isaan shallaagaa ifii qottoo, eboo ifiille haantuu hin tumatan. Gosi biyya tokkoo, gosa biyya takkaa irratti lola hin kaachu; leenjiin woraanaalle hin jiraattu.