Micah 4:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti ch'ufti Waaqa ufii kad'atte gula yaati, ammo nu gama keenna AABBO Waaqa keenna haga jiru jireenna kad'anne gula yaana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Yihuudii hin taane maruu waaqolee tolfamaa ufii waaqeffatan; nu'u ammo Rabbii Waaqa keenna baraa haga bara baraa waaqeffanna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi biyya adda addaa marti maqaa waaqota ifiitiin hin ideeman; nuuti ammoo bara baraa haga bara baraa maqaa Mootii Waan Maraa Waaqa keennaatiin hin ideenna.