Micah 4:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Guyyaani ind'ufa, ka anini naafa wolti yaame, worra boojiani gaargalchani wolti deebisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Guyyaa san worra hokkolanii fi banii kiyya ka ani adabnaan rakkoon isaan irra gaye wolitti isaan qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Guyyaa san ani worra naafolee, worra booji'amee fi worra akka gaddanu godhe wolitti hin qaba.