Micah 5:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani worri Yerusalemu, duula keesani wolti baasa! Ya marsani nu had'ani! Hayyu Israelile ya d'abanaasani!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati qachaa loltoota qabdu loltoota kee hiriirsi! jabeessanii nu marsaniiran; bulchaa Israa'elii ule'een boqoo keessa dhayan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti waan marfanneef, ee ati qachaa loltootaa, loltoota teeti wolitti qabadhu! Worri nu marsane sun bulchaa Israa'elii boqoo isaa ule'een hin dhowan.