Micah 5:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini dira keesani balleese waan isani nyaapani ufiraa d'owartani jaartani ch'ufa ch'ach'absa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachoota biyya keessan keessatti argaman hin balleessa; kusheewwan keessan maraa hin diiga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa lafa teessanii hin balleessa; kushee teessan maralle hin diiga.