Micah 5:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle dallansu tiyya guddo keesa gosa na ch'aqasu dide ch'ufa haalo fuud'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootota anaa ajajamuu didan maraa lola kiyya gudda'aan haluu isaan baya.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa biyya adda addaa worra naaf hin ajajanne aari'ii fi mufii guddo'oon haluu hin baya» jedha.