Micah 5:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Bethlehemu Efrata, atini dira gosa Yuda ch'ufa keesa dira diqa, ammo si keesaa anini nama Israeli fidu, ka d'alooti isaa uumama duri iraa bahe, tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Ati Beeteliheemiin biyya Eefraata'aa keessatti argamtu! yoma qachoota Yihuuda'aa didiqqoo keessa taatellee akkuma armaan dura bulchaan si keessaa jalqabe baraa haga bara baraa ka banii kiyya Israa'eliin bulchu achi keessaa naa baya» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati ammoo qachaa Betlihemii-Efraata'aa, qachoota Yihuda'aa keessaa guddoo diqqaattulle, ka Israa'el bulchu tokko si keessaa naaf hin ka'a; hundeen isaa duruu jira.