Micah 5:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi AABBO Waaqi gumi ufii harka nyaapa worraati lakisa, haga isiini dau geete ilma deetuuti. Jennaani worra gosa isaa ka boojiani worra isaani ka Israeliti deebisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu haga haati isa deettutti Rabbi banii hin dhiisa; achiin maayessa worri isaa ka ari'aman deebi'anii worra ufiititti eda'aman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haga haati isaa ciniinsifattee isa deettutti, Mootiin Waan Maraa Israa'el hin lakkisa; achiin duuba obboleeyyan isaa worri booji'amaneeranu, deebi'anee gara Israa'elootaa hin galan.