Micah 5:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gaafa d'ufu jabeenna AABBO Waaqatifi guddinna isaatiini gumi ufii tissa. Gumiini isaaleeni nagayaani teeti, waan nami lafa keesa jiru ch'ufti guddinna isaa beekhuufi;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hunna Rabbiitiin ka'ee tika hoolotaa bobbaasa; inni wonti kana godhuun gaachena maqaa Rabbii Waaqaatiin, inni amma haga daangaa lafaa waan jabaa ta'uuf isaan sodaa malee hollatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni jabeenna Mootii Waan Maraatiin, ulfinna maqaa Mootii Waan Maraa Waaqa ifiitiin jabaatee dhaabbattee, hoolee ifii hin tissa; guddinni isaa haga qaccee lafaa waan dhaqqabuuf, Israa'elooti nageyaan hin le'an.