Micah 5:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Irre woraanatiini worri worra Ashuru suni dabsate, worri suni gaafa worri kaani d'ufe lafa teenna had'u duraa nu baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachaa biyya bulchiinsa Naamruudiin jala turte hunna loltoota ufiitiin mootii biyya Asoorii mooyatanii qabatan; worri Asoorii uduu biyya keenna marsanii fi uduu daangaa keenna irra ejjatanii inni isaan jalaa nu oolcha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan worra biyya Asoorii shallaaga'aan, worra biyya Naamrodiillee shallaagaa buqqifataneen hin bulchan. Worri Asoorii yennaa biyya teenna lolanu, meessaa lafa teennaa yennaa cassanee seenanu, inni isaan jalaa nu hin baasa.