Micah 5:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli ka hafe fit'eesa AABBO Waaqi gosa hedduti ergu yokhaani ebele mid'aaniti roobdu fakaata. Ammalle worri suni Waaqa male nama inheregatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin Israa'elii ka du'a irraa hafan banii heddu keessatti akka fixeensaatii fi akka shinina Rabbii akka lafa irratti shininu godhuu ta'an; isaan nama heddatanii eeggatuu dhiisanii Rabbiin callaa hedatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Yaaqoobii worri jiru'uun hafe, kolbaa hedduu wodhakka'atti akka fixeensa Mootii Waan Maraa biraa bu'uu, akka tiifuu marra irratti buutuu, ka nama addii hin godhanne, yookiin ka ilmaan namaa hin eeganne hin te'an.