Micah 5:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle worri gosa taani keesati hafe nyeench'a sagale raasa keesa yokhaani fulla reeni ooltu keesa barbaadu fakaata: inni ree keesa seene iti ch'ee qabe nyaate fit'a — nami tokoleeni ka dandae iraa baasu injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Leenci bineensa bosonaa hedduu irratti, leenci darmiinillee tika hoolotaa irra utaalanii bu'anii ciccira'aa hennaa deeman bineensi biraa ka isaan gargaaru hin jiru; ijoollee Yaaqoobii ka du'a irraa hafan banii hedduu keessatti akkasuma godhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Yaaqoobii worri jiru'uun hafe, gosa biyya adda addaa oddu'utti, kolbaa hedduu wodhakka'atti, akka neenqa bineensota badda'aa odduu jiruu, akka neenqa dardara odduu tika hoolotaa seenee qabee gargar kukkutuu, ka nami irraa buusu hin jirree hin te'an.