Micah 6:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani inyaattani ammo inquuftani, sabdoomtani bukiti taatani wo fud'attani ammo olinkeetani; waan isani olkeyattanile anini lola keesa balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hin nyaattan garuu hin quuftan; beelli isin irraa hin bawu; isin jalaa ofoolla malee wolitti isinii hin qabamu; qabeenni isin kuufattanillee yoo jiraate woraanaan balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin hin nyaattan ammoo hin quuttanu; gadhaan keessan haga ammaa duwwa'a; waan isin kuufattane shallaaga'aaf waan kennuuf, hin tuulattan ammoo isiniif hin kuufamu.