Micah 6:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani gaareeni, yayaba lafaa ka haga jiru jireenna, dubbi AABBO Waaqi himatu ch'aqasa! AABBO Waaqi gumi ufii himata. Dubbini inni himatu ta quufa d'abaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin gaarran! waan Rabbi banii ajiifatu dhagayaa'a! isin hundeewwan jajjabaan lafaa! dhagayaa'a! Rabbi banii ufii Israa'eliin hin ajiifata; isaan xixalle'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee gaarota, himannaa Mootiin Waan Maraa dhikeessu dhage'a'a; isinille hundeen lafaa caqasa'a. Mootiin Waan Maraa kolbaa ifii haajaa ittiin himatu qaba; inni Israa'el hin himata.