Micah 6:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini elemiyye kunki heddu yokhaani d'ad'a muumme inqamne ka aka galaana yau fuud'e d'ufeeni, AABBO Waaqi ingammada? Anini ch'ubbu tiyya jed'e, ilma kiyya ka angafa yokhaani ijoolle anini d'ale Waaqaa imbaasu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni uduu ani korbeeyyii hoola'aa kumaatamatti laakkayaman yookaan dhadhaa ejersaa ka laga kuma kudhanii gawu qabadhee dhufee yoo dhiyeesse gammadinnaa laata? waan yakkaa fi cubbuu kiyyaatiif ilma kiyya ka hangafaa ciincaa dhiyeessuufii laata?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa korbeeyyii hoole'ee kumatti, zayitii ejersaa laga bisaanii kuma kudhan ta geettutti hin gammadaa? Sababa yakkaa tiyyaatiif, ilma kiyya angaficha, cubbuu lubbuu tiyyaatiif, uumaa gudeeda kiyyaa ciincaa dhikeessuu ree?