Micah 6:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hiyo akasiniti; AABBO Waaqi waan dansa nu tolchuu malle ya nuti hime. Wonti inni nuraa fed'u tana: aka waan d'uga qajeeltu tolchani, jaalala ind'umanne nama garsiisani, ufi saadu lakisani Waaqa woliini taani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan misha'aa fi waan si irraa barbaadu sitti himeera; kunillee akka haqaan bulchitu, akka waan mishaa jaalattu, Waaqa kee woliin akka kasumma'aan jiraattuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee nama, Mootiin Waan Maraa waan dansaa sitti mudhiseera. Mootiin Waan Maraa maan si irraa barbaada? Haqa akka hujjuuf, marartii akka jaalattuuf, gad ifi qabiisaan Waaqa keeti woliin akka ideentuufii motii ree?