Micah 6:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami qarooni nama AABBO Waaqa sodaatu. AABBO Waaqi nama diraa yaame waan jed'uuni, Isani nami dira kana keesati wolti bahu, ch'aqasa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin sodaachuun ogumma'a; inni qachatti'iin akkana jedha, «Isin namoonni qachattii keessatti wol geettan dhagayaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa sodaatiis qarumma'a; Caqasa'a! Mootiin Waan Maraa, kolbaa qachaa keessaa waamee, «Ulee adabbi'ii qaabadha'a. Ka isii qopheesseelle yaadadha'a.