Micah 7:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini la ufi jibbaad'e! Anini nama beela qabu, ka mid'aani mukha ira barbaadate, yokhaani mid'aani zabibu mukha iraa d'abe, fakaad'a. Mid'aani zabibutifi ka oda mimiao ya na duraa guuratani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daraaraan hennaa haama'aa wolitti qabamee daraaraan woyini'ii ka harca'e haga guurameen maayessa ani akka nama hurbuu woyini'ii ka nyaatu'uuf barbaadu hin argannee waan ta'eef na hobbaasi! daraaraan muka hurbu'uu ka ani hawwe ka dura gaye hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani akka nama bona woxoo midhaan woyni'ii qocatuu waan te'eef, naaf aanne'e! Nyaatiisaaf, unkuruurri woyni'ii hin jiru; midhaan harru'uu ka ani halchu, ka dursee bilchaatulle hin jiru.