Micah 7:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nyaapi kiyya waan kana arge, nami qara na goyeese, Waaqi kanke me? naani jed'e inch'eera. Anini nyaapa suni ka aka d'oqe karaati d'id'iitani arga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintonni tiyya waan kana maraa hin argan; diinni kiyya ka Rabbiin Waandhi kee eessa jira? naan jedha'aa ture salphinna uffata; ani kufa diina kiyyaa hin arga akka dhoqqee karaa irra jiru irra deemaniititti hennaa isa irra deeman hin arga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba diinni kiyya ka, «Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti eessa jira?» anaan jedhu, tana dhaggee hin qaanowa; ilti tiyya jinnana diina kiyyaa hin dhaggiti; ammaayyuu akka caffaa karaa keessaa miilaan irra hin sirbama.