Micah 7:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gaafasi gama ch'ufaa isaniti d'ufa — Ashuru ta ilaboruti, Misiri ta bitati, arda galaana Efratatiifi galaana ch'ufafi gaareenile ch'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san baniin keessan gara keessan dacha'an; garri isaan deebi'anii dhufanillee gara baya biiftu'uutii Asooriin gara kibbaatitti biyya Misirii, naannoo laga Efraaxisiitii, akkasuma fago'oo galaanotaa fi gaarran kutanii dacha'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san namooti keessan biyya Asooriitii fi qachoota Gibxi'ii irraa, biyya Gibxi'iitii haga laga Efraaxiisii irralle'ee, abbaaya'aa haga abbaaya'aa irralle'ee, gaaraa haga gaaraa irralle'ee gara keessan hin dhufan.