Micah 7:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo lafti badde duwa taati, waan nami isi keesa tau ch'ufti ch'ubbu hojateefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyyiti ammo sababaa hammeenna namoota isii keessa jiraataniitiif ona taati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa hujii worra isii keessa le'uutiif ammoo latti hin onti.