Micah 7:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, waan mama tolchi, nu agarsiisi, akuma duri gaafa lafa Misiri keesaa nu baafte tolchite nu agarsiifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maalalee hennaa biyya Misirii keessaa nu baafte goote nutti mudhisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma bara biyya Gibxi'ii keessaa isaan baattee, bilbaasa nutti mudhisi!