Micah 7:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti si imbeenne taani, yo waan kana argite, ato irre guddo qabaattele, inch'eerti. Mudamsu keesa afaani qabatte gurra ch'ufatte
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan yoma worra hunna qaban ta'anillee kana arganii saalfatanii harkaan afaan ufii qabatan; gurra ufiillee hin cufatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi biyya adda addaa yennaa bilbaasota kana dhaggane, hin qaanowan; hunna hin dhaban; afaan hin qabatan; gurri isaaniille hin duuda.