Micah 7:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka bofa awaara keesa looti; maneeni worraa jajabdu keesa, ka sodaatani hollatani, gad'ufani sodaani AABBO Waaqa keennati deebiani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akka bofaatii fi akka uumama biraa ka gara'aan lafa irra looyaniititti biyyee arraaban; kushee ufii keessaa bayanii hollata'aa dhufan; sodaata'aa gara si'ii Rabbii Waaqa keennaa deebi'anii si sodaata'aa jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka bofaatii fi akka bineensota lafa irra lowanuu bukuu hin arraaban. Goda ifii keessaa rommaa hin bayan; soda'aan gara si Mootii Waan Maraa Waaqa keennaa hin deebi'an.