Micah 7:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi aka keeti injira? Ee AABBO Waaqa, atini ch'ubbu namaa araaramte wollaala gumi teeti ta hafte biraa deemtaafi. Atini haga jiru jireenna indallantu, ammo atini jaalala tante ta ind'umanne nu garsiisu feeta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi cubbuu namaa dhiisu, ka banii ufii ka hafe irratti yakka hin laakkofne ka akka keetii eennu? namaa araaramuun waan si gammachiisuuf dheekkamsi kee ka baraa haga bara baraa turuu miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa ifii worra lubbu'uun hafeef, ka cubbuu isaanii lakkisee, yakkaa isaanii araaramuuf, Waaqi akka keetii eennu? Ati marartii mudhisiisatti gammadda malee aari'iin haga bara baraa hin turtu.