Micah 7:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi kiyya waan maro gaargala kiyyatiifi gammaduufi inqabu; anini ya jige amma inuma kaa. Anini amma dukana keesa jira, ammo AABBO Waaqati ifsa naa keenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diina kiyya! ani yoo kufellee deebi'ee waan ka'uuf kufa kiyyatti hin gammadin; yoo amma dukkana keessa jiraadhellee Rabbi naa ibsa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diina kiyya natti hin gammadin! Ani jigulle hin ka'a; dukkana keessa jiraadhulle Mootiin Waan Maraa ifa naaf hin te'a.