Micah 7:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ya Waaqa durati ch'ubbu tolche, tanaafi dallansu isaa obsu male, haga inni naa dubbate d'uga na muruuti. Inni ifsatiini na d'ufe baafama na garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbiin yakkeera kanaafuu haga inni laalee natti murteessutti lola isaa hin obsa; dhuma irratti inni ifatti na baasa; haqaan naa murteessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan isa yakkeef, haga inni haajaa kiyyaaf muraa naa kennutti, ani aarii isaa ta bobeettu hin ossadha. Inni gara ifaa na hin baasa; ani balchummaa isaa hin dhagga.