Nahum 1:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini irre worri Ashuru isaniini dabsate ch'abse, haada worri isaniini hid'u kuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchiinsa dhiibba'aa ka worri Asoorii isinitti fe'an isin irraa kaasa; sibiila isaan miila keessaniin hidhan hin cabsa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ani waanjoo worra Asoorii isin irraa cassee, wodaroo sibiilaa ta ittiin hidhantane isin irraa hin ciccira» jedhe.