Nahum 1:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi hurre indallanu, ammo humna jabdu qaba, ta nama wo yakeeni gaargalchu. Fulla AABBO Waaqi deemu bubbeeni kaate, dumansileeni aka awaara miila isaa jala kaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi hin obsa; hunni isaallee jaba'a; yakkamaa ammo uduu hin adabne hin dhiisu; karaan isaa haboonbolattii bubbisuu fi bubbee hunna qabu keessa; akkuma namni hennaa deemu awwaara kaasu akkasuma mudhachuun Rabbii duumessa fida.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi hunnaa guddoo qaba, ammoo ariifatee hin aaru; Yakkaamessa adabu male hin lakkisu. Karaan isaa bubbe'ee fi danbalii keessa; duumensi bukuu miila isaa ti.